cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

ᴏʀᴏᴍɪʏᴀᴀ ᴘʀᴇss™

ᴏʀᴏᴍɪʏᴀᴀɴ ᴡᴀʀᴇᴇɢᴀᴍᴀ ɪʟᴍᴀᴀɴ ɪsʜᴇᴇᴛɪɪɴ ɴɪ ʙɪʟɪsᴏᴏᴍᴛɪ! ᴏʀᴏᴍᴜᴍᴍᴀᴀɴ ᴅʜɪɪɢᴀ!! ❤💚❤ Akeeka Qabsoo ABO-WBO'n taliigamna! Hubadhu! Chaanaliin kun waan SQBO fi Jabeessaa Qeerroo irraa odeeffate irratti fuulleffata! Yaadaaf👇qeeqa @Oromiyaa_press @Sololoobot

Show more
Finland3 324The language is not specifiedPolitics23 095
Advertising posts
788
Subscribers
-124 hours
-77 days
-2130 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Seenaa Ni Dubbata Kun immoo waggaa sadii dura miseensota WBO koree teekiniikaaf Abbootii Gadaatti Qawwee kennanii bara mooraa xoollayitti summii nyaachifamuun hosphitaala walisootti yaalamaa turan sanadha. Seenaa irraa dubbisnee miti Araara shiraa ijaan argine. Waan darbe wal yaadachiisuun Gaariidha. Warri har'a kottaa galaa jettanii bakkee keessaa sirbitan WBO f wabii ta'uu mitii mataa keessaniifuu wabii hin qabdan!
Show all...
●Zuwaay_Dugdaatti 22 du'aan 26 immoo madoon adabeera Ilmaan Jaa Nadhitim.!!!! ❤️💚❤️ 💪💪💪
Show all...
2
03:07
Video unavailableShow in Telegram
Akkatti Impayeerri kun iddoo ilmaan Oromoo Qaroo itti banattu diige balleessa jiru.
Show all...
5.56 MB
👍 2
~Birgeediin #Odaa_kaarraa kurkursee gadoochisaa jira!💪
Show all...
00:31
Video unavailableShow in Telegram
The reason there is no schooling in Oromia is because government soldiers are using the schools as a battlefield ground
Show all...
3.29 MB
The OLA Announces Successful Operations in the Southeast Zone of Oromia *ONM-ABO, August 17, 2024* In a demonstration of its striking capabilities under the Irbuu Shinniggaa (The Promise of Shinniggaa, named after the Shinniggaa massacre), the heroic Oromo Liberation Army (OLA) has mobilized its forces across various districts in the East Arsi Zone. On the night of August 14, 2024, the formidable Southeast Command Mount Cilaaloo Platoon executed simultaneous surprise attacks on enemy detachments in Jajuu District's Arboyee town and Martii District's Gola Gootaa village. The OLA forces inflicted significant casualties, forcing the enemy into a hasty retreat. During the pursuit, 19 enemy troops were killed, and more than 24 were wounded. The victorious OLA fighters seized 7 AK-47 rifles and 4 antiquated firearms, highlighting the enemy's critical shortage of armaments. In a separate operation on the same night, OLA fighters killed 11 enemy soldiers, wounded 9 others, and captured 9 AK-47 rifles, 15 antiquated firearms, and 5 local militiamen conscripted into the conflict. The Promise of Shinniggaa Campaign will continue! Victory to the Oromo People!
Show all...
1
#Qabsoon_nuti_itti_jirru_ammaa_kun_olola_sobaan_kan_gatatu_miti.! Qabsoon uummata Oromoo Kun salphaa miti,akka salphaattis afaan keenya banannee yarsuus ta'e arbeessu hin dandeenyu,maaf jennaan qabsoon uummataa Kun ololaan osoo hin taane yoo xiqqaate maatii nama hundaa duuti seenteetu warreen hafanitti ulfina horaa dhufte malee, ololaan kan itite miti,kanaaf namni dhuunfaan tokko akka fedha isaatti yaada uummata Oromoo miliyeena kanaa bakka bu'ee haasa'uu hin danda'u,garuu yaada isaa akkaata gara furmaatatti ce'uun qabsoo uummataa milkeessuun danda'amutti yaada isaa ifoomsachuu ni danda'a. Baroota darbanirraa barnoota hedduu barannee dhufne,qabsoon amma itti jirru tooftaa lolaa qofa osoo hin taane akka ittiin olola adda baasanii ilaalan bilcheessinee beekna, hanga xurii qeensa nurkatti hin sharafamtu,qaamonni keessas ta'e mana diin*a keeyaa keessa olola sobaa bocuun as ba'aa jiran kanneen qabsoo gatachiisu baratani fi hudhaatti kutuu baratan, bakkuma jiran jiraachaa jiran haaga fedhe cululuqee dhufus, tokkolle ABO-WBO ittiin burjaajessuun qabsoo uummataa gatachiisuun yeroonsaa darbeera kanatti milkaawuf yaaluun tafkiirraa gogaa baasuutu isiniif salphata dhaamsa jedhun isiniif qaba. Nutii akka baroota darbee sababa ebeluun qabsoon akkas taate jechuun baraan gadoo himaachaa, bara Garbummaan nurra ture lakkaawwachuuf yeroo hin qabnu, inni mana jirus,kan hidhatee jirus,kan biyya Ambaa jirus,Oromummaa keenya irratti waliif gallee qabsichatti iggitii gochuu qabna malee ilaalcha namoonni dhuunfaa, dhuunfaatti qaban qabsoo jala ruuqnee, qabsoo uummata da'eeffannee haaloo dhuunfa ba'achuun qabsoo uummatatti qoosuun dhaabbachuu qaba. Itti liqimsaa 🤷 Tokkummaatu humna💪 WBOn duratti.💪💪
Show all...
QEERROO PRESS

✦Humni Jabaan Addunyaa kana raasu. Kan Gabromfata jalaa bilisa si baasu, Tokkummaadha Lafa jirtutti ijaaramii, Wal ijaari! ✦ᴏʀᴏᴍɪʏᴀᴀɴ ᴡᴀʀᴇᴇɢᴀᴍᴀ ɪʟᴍᴀᴀɴ ɪsʜᴇᴇᴛɪɪɴ ɴɪ ʙɪʟɪsᴏᴏᴍᴛɪ! ᴏʀᴏᴍᴜᴍᴍᴀᴀɴ ᴅʜɪɪɢᴀ!! ❤️💚❤️ @Sololoobot

👍 1
Photo unavailableShow in Telegram
Hundaa dandeessanii Imalarra jirtuu Hadhaan qabsoo kamuu Adda isin hin hirtu Namni dhugaan beekne Utuu dhuguu dheebotaa Warra of hin beekne Eenyutu komataa? Kan madaa'e tokkoo Kan jiruun dararaa Inni rakkoon beekin Arrabasaa qaraa.... t.me/Qeerroo_press
Show all...
👍 5 4
Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.