cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Madda Beekkumsaa👍

Dubbifnee uf yaa jijjirruu! karaan ittiin jijjiiramuu dandeenyu kitaabota adda addaa dubbisuudhaa!

Show more
India156 413The language is not specifiedCryptocurrencies45 415
Advertising posts
1 478
Subscribers
+224 hours
-67 days
-2130 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Repost from Dhaloota Qubee!
....    DHALOOTA QUBEE    .... 📄 Dhaloota Qubee jechuun dhaloota waa dubbisu. - ✍ Dhaloota Qubee jechuun dhaloota waa barreessu. - Dhaloota Qubee jechuun dhaloota taatee hundarraa waa baratu. 📒 Dhaloota Qubee jechuun dhaloota waa baratee barsiisu - 📂 Dhaloota Qubee jechuun dhaloota seenaa dabre baratee, seenaa haaraa galmeessee dhaloota itti aanu dhaalchisu. Dhaloota qubee jechuun hiika baayyee qaba - Kanaafu bara dhaloonni qubee itti dagaage kana keessatti seenaa gadhee hin hojjetin; bara dhaloonni seenaa galmeessu guute kanatti atimmoo seenaa hin balleessin ✊Nuti dhaloota qubeeti !!!!!
Show all...
⭕Yaada dhiirota qofaaf.😀 Shamarran dubbisuun dhorkaadha🚫 👫 Hiriyyaan dubaraa kee amaloota gadii qabdi taanaan hin abdatiin. 👉 Yeroo ati bilbiltu hin kaasiin haftee, booda siif deebistee hin bilbille taanaan😭 👉 Yeroo sibira dhuftu bilbila silent, airplane mode, off, fi yoo bilbilamu ilaaltee dhiisti taanaan.😭 👉 Bilbila sibiratti hin kaastu taanaan, yoo kaastu sirraa fagaattee aasofti taanaan 😠 👉Bilbila kaasuu dhiistee, irra deebitee yerooti bilbiltu bilbila cufaa ( off ) gooti taanaan😭 👉 Bilbila ishee icciitiidhan cimsitee si dhokfatti taanaan😭 👉 Yeroo si waliin deemtu ija naannessitee dhiira ilaalaa deemti taanaan😭 👉 Yeroo si waliin deemtu , yaada sodaa qabuun, eessumako, obboleessako, kan adaadaako jetti taanaan😠 👉 Yeroo kaaffee si waliin teessu sirra dabarsitee dhiira ishii ilaalutti kolfiti taanaan😠 👉 Yeroo karaa deemtu bilbila hin kaastu , bilbila cufatti taanaan😭 👉 Manaa ba'uun naaf hin mijatu siin jettee , akka carraa bakkeetti argite taanaan😠 👉 Yeroo ati bilbiltu maatii biran jira jechuu baayyisti taanaan 😠 👉Waan goote tokko dhugaa sitti fakkeessuuf waaqaa fi lafaan kakatti taanaan😛 👉 Yeroo sibira jirtu irra yeroo dhiira biraa argitu kokkofaltee gammaddi taanaan😠 👉 Aasaa kee caalaa , aasawaa dhiirota sibiratti barteef iddoo laatti taanaan😭 👉 Kaardii guutteefii utuu siin bilbiliin , booda call me back sitti ergiti taanaan😠 👉 Yeroo hunda bilbilli ishii qabamaa~~ obboleessakoo, adaadaa kootu bilbile etti taanaan😔 👉 Yeroo waliin teessan bilbila irratti busy taati taanaan😠 ,👉 Yeroo hunda qarshii akka baastu barbaaddi taanaan 😠 👉 Lakk Bilbilaa maqaan save hin taane fi mallattoon qabame baayyisti taanan😭 👉 Yeroo chat waliin aasoftu siif deebisuuf busy taati taanaan😠 👉 Yeroo siif kennitee si waliin aasa'uuf faayidaa irratti hundoofti taanaan😠 👉 Bifti kee diimaa , isheen garuu sibira teessee dhiira magaalatuu natti tola jetti taanaan😭 👉 Ati dheeraa , sibira teessee dhiira gabaabatu natti tola jetti taanaan😠 👉 Waan yeroo malee, Karoora fuula duraa hin aasoftu taanaan 😠 👉 Ati ilma xinnaa , isheen garuu waan gommaan deemu jaallatti taanaan 😠 👉 Aasawaa ishii keessatti tasa " yeroon heerumu " jetti taanaan😭 👉 Ati rifeensi solaarii, si bira teessee rifeensa firiiziitu natti tola jetti taanaan😭 🍎Maaloo obboleessa koo utuu ofi hin dhabiin dafii biraa deemi✋ 💚Obboleessi kees haala kanaan utuu inni of-hin dhabiin share godhii lubbuu qaqqabi.😂 Dandi Teshome Leenjiin kun dhiirataaf miliniem addarashitti kennamuu qaba.😋
Show all...
“Namatu na miidhe, namatu na gane” kan jedhu malee, “Anatu nama miidhe, anatu nama gane” kan jedhu hin jiru. Erga hunduu kan miidhameefi kan ganame ta’ee, kan miidheefi kan gane eenyu?
Show all...
Namni tokkolleen nama jirjiiruu hin dandahu Allaahaa yoo taate malee, Garuu tokkoon keenya jijjiirama tokkoo keenyaatiif sababa tahuu dandeenya ! Qarshiin tahuu, beekkumsaan tahuu waan nama tokko caalatti nuuf mijjatee jiruun nama tokkoof sababa guddinaa haa taanu. 🥀 Yaanni Kun👆 yaada namni guddaan qofti yaaduudha.✍
Show all...
Repost from ABDII SABAA
Photo unavailableShow in Telegram
Firii qormaata kutaa 12ffaa ilaalchisuun Guyyaa boruu waaree booda ministeerri barnootaa ibsa miidiyaaleef ni kenna. Bara kana barattoota 684,205 qormaata kana qoraman keessaa barattoonni 29,718 onlaayin yeroo jalqabaaf qoramaniiru. Guyyaa boruu wiixata qaammee 04/2016 bu’aan qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa ni ifooma jedhamee eegamaa jira. Miidiyaan @Abdii_Sabaa ibsa waaree booda kennamu hordofuun kallattiin kan isin qaqqabsiisu ta’a. https://haurouja.net/4/6246757 SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
Show all...
☆☆☆﷽☆☆☆ ■#Gorsa gabaabduu..... !!! ●hin dallanin dallansuun xummurri isaa gaarii kan hin ta'in farda sheeyxaanni ittiin gulufu waan ta'eef..... ●hin waanyin waanyummaan dhibee keessa namaa nyaatee fixu.... dhibee suukkanneessaa waan ta'eef... ●Abdii hin kutatin... abdii kutachuun#RAHMATA Allh dagachuu waan ta'eef.... ●hin gaddin .... gaddi ruuhii fi foon dabalatee kan barbadeesu.... farra gammachuu waan ta'eef...
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
Kam irra Jaalatta /barbaadda ? Sukkara moo sooqidda ? Deebiin namoota hedduu sukkara jedha Garuu lameen isaaniituu bakka isaaniitiin Alatti yoo fayyadamne Jibbisiisoodha . Akkasuma bakka isaaniititti kan bikka isaanii bu'u hin jiru , barbaachisummaan jara lamaaniituu qixa ta'a . Atilleen Akkasuma bakka kee hin tahin gaafa of keette ni jibbamta /fudhatama dhabda.bakka hin barbaadamnetti argamtekaa . 👉Kanaaf Bakka si fakkaatu taa'i Waan si fakkaatu dubbadhu Waan si madaalu dalagi. Yoo san barbaadamaa taatee argamta . Ykn sooqidda shaayii tti naqaniifii sukkara Ittotti naqan taatee fudhatama dhabda. #Akkasi. @Alrisala1
Show all...
"Harka takka tan yeroo ati mucucaatte ol si qabduutu, harka kuma tan yeroo ati galma geeyse baga gammadde jechuudhaaf harka si fuutu siif caala."
Show all...
✍️ Qabeenya, haala jiruuf jireenyaaa fi fayyaa keessatti nama sii gadi jiru ilaali…! Diinii, beekkumsa, haalaa fi amala keessatti nama sii ol jiru ilaali…. ✍️ Nama sirraa uf dhiibutti dhihaachuuf hin kajeelin…salphinnaa fi xiqqeenyaan biraa deebita waan taheef…!! Nama si barbaadurraahis uf hin dhiibin…gosoota dhala namaa miidhan keessa ooltaa…Nama sitti kalaahurraa fagaachuun gaarummaa dhabuu kee muldhisa…!! ✍️ Iccitii silaa sirritti dhoksuun sitti dirqamaa…obboleewwan kankeetis taatu kan biroottis baastee hin facaasin…maaf nama iccitii koo naaf eega jettee yaaddu..nama nama hundaa ol sitti dhihaatus hin tahin….!! ✍️ Seera “dirqama yaanni koo fudhatamuu qaba " jedhuunis nama hin gorsin..! Seera yaamichi koo awwaatamuu qabaanis manguddummaa hin deemin…Seera galata namarraa argadhaatiinis baastee namaaf hin kennin…. Garuu isa caalu fayyadamuudhaan deemi…hanguma dandeesseen xiyyeeffannoon kee guddaan ergaa dabarsuu, nama walitti araarsuu fi gaarii hawaasa keessa faffacaasuu haa tahuu… ✍️ Yoo nama tokko gorsuuf yaadde, ol baastee osoo hin taane iccitiidhaan gorsi…hawaasa keessatti dirree baaftee osoo hin taane, mana keetitti affeerii gorsi…kallattii kanaan deemtee yoo galuufii dide garuu quba itti qabuunis, badheetti wal baasuunis bareeduma….!! Via: Tafakkur
Show all...
✍️ Qabeenya, haala jiruuf jireenyaaa fi fayyaa keessatti nama sii gadi jiru ilaali…! Diinii, beekkumsa, haalaa fi amala keessatti nama sii ol jiru ilaali…. ✍️ Nama sirraa uf dhiibutti dhihaachuuf hin kajeelin…salphinnaa fi xiqqeenyaan biraa deebita waan taheef…!! Nama si barbaadurraahis uf hin dhiibin…gosoota dhala namaa miidhan keessa ooltaa…Nama sitti kalaahurraa fagaachuun gaarummaa dhabuu kee muldhisa…!! ✍️ Iccitii silaa sirritti dhoksuun sitti dirqamaa…obboleewwan kankeetis taatu kan biroottis baastee hin facaasin…maaf nama iccitii koo naaf eega jettee yaaddu..nama nama hundaa ol sitti dhihaatus hin tahin….!! ✍️ Seera “dirqama yaanni koo fudhatamuu qaba " jedhuunis nama hin gorsin..! Seera yaamichi koo awwaatamuu qabaanis manguddummaa hin deemin…Seera galata namarraa argadhaatiinis baastee namaaf hin kennin…. Garuu isa caalu fayyadamuudhaan deemi…hanguma dandeesseen xiyyeeffannoon kee guddaan ergaa dabarsuu, nama walitti araarsuu fi gaarii hawaasa keessa faffacaasuu haa tahuu… ✍️ Yoo nama tokko gorsuuf yaadde, ol baastee osoo hin taane iccitiidhaan gorsi…hawaasa keessatti dirree baaftee osoo hin taane, mana keetitti affeerii gorsi…kallattii kanaan deemtee yoo galuufii dide garuu quba itti qabuunis, badheetti wal baasuunis bareeduma….!! Galatoomaa….!! Share👇🏻 Maddi Tafakkur
Show all...
𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر

𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁/🌍 قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام. Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam) Yaadaaf👇

https://t.me/Ibrahim_92taf

Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.